Saayinsii lafaa-Earth Science
Saayinsiin lafaa akka waliigalaatti daayinamikii Uumamaa fi addatti ammoo lafa keenya qorata. Qorannoon caasaa lafaa, ji`ooloojii, haala qilleensaa, galaana, fi sirna naannoo (ecosystem) kan hammatedha. Taateewwan uumamaa kan akka kirkira lafaa fi dhohinsa volkaanoo hubachuuf nu gargaara, walitti hidhamiinsa sirnoota lafaa fi barbaachisummaa itti fufiinsa naannoo ibsa.
Retake this course?
Retaking this course from the beginning will reset all of your tracked progress.